Ispoortii
Laga Xaafoo Laga Daadhii 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Taphni Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.
Magaalaan Adaamaa sa’aatii 12:00 irraa eegalee Buna Sidaamaa waliin falmata.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;…
Read More...
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan taphoonni har’a Kilaboonni Oromiyaa lamaan taasiisan ni eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa jalqabee Laga Xaafoo Laga…
Atileet Siifan Hasan Maaraatoonii Landan injifatte
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigichaa maaraatoonii Landan 2023 injifatteetti.
Atileet Siifan Hasan dhalattuu Ityoophiyaa, Neezerlaandiif fiigdu ta’uun kan beekamuudha.
Siifan Hasan dorgommicha…
Waldorgommiin Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti eegale
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waldorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti jalqabeera.
Waldorgommichi Istaadiyeemii Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti gaggeeffamuu jalqabeera.…
Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphni Qidduus Giyoorgisii fi Faasil gidduutti taphatamu ni eegama.
Har’a sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…
Atleet Qananiisaa Baqqalaa fi Almaaz Ayyaanaa Fiigicha Maaraatoonii Landan Dilbata dhufu…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Atleet Qananiisaa Baqqalaa fi Almaaz Ayyaanaa Fiigicha Maaraatoonii Landan 2023 Dilbata dhufu gaggeeffamurratti ni hirmaatu jedhameera.
Atleetoota Dhiiraa Maaraatoonii Landan Eebla 15, 2015…
Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaan Adaamaan 2 – 0n Ityoo Elektirik injifate
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa har'a waaree booda taphatameen Adaamaan 2- 0n Ityoo Elektirik injifateera.
Kilabni bulchiinsa magaalaa Adaamaa taphicha injifachuu isaa hordofee qabxii…