Ispoortii
Kaameruun 3 – 3 Sarbiyaa
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Kaameruunii fi Sarbiyaa gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame goolii 3 qixa xumurame.
Castelletto daqiiqaa 29', Aboubakar daqiiqaa 63' fi Choupo-Moting daqiiqaa 66' irratti Kaameruuniif goolii tokko tokko lakkoofsisaniiru.
Akkasumas Pavlovic daqiiqaa 45'+1,…
Read More...
Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0'n injifatte.
Tapha morkii cimaan irratti mul'ate kana daqiiqaa 73ffaarratti taphataa…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta'u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii 5ffaa jalatti kan argaman Jaappaanii fi Kostaarikaan…
Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti.
Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay gooliiwwan lama Kiiliyaan Mbaappeen lakkoofsiseen…
Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har'a Poolaandii fi Saa'uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame.
Piyootar Ziiliinskiin daqiiqaa 39ffaa fi Roobart Lewaandooskiin daqiiqaa…
Tapha waancaa Addunyaa har’a gaggeeffamen Awustiraaliyaan Tuuniziyaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa har'a taphatameen Awustiraaliyaan goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifatteerti.
Miicheel Duuk daqiiqaa 23ffarratti Awustiraaliyaaf goolii tokko galcheera.
Taphni Faransaayii…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan 22ffaan har'a taphoonni 4 waaree boodaa eegalee ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 irraa eeagalee Tuuniziyaan Awustiraaliyaa waliin, sa'aatii 10:00 irraa jalqabee…