Ispoortii
Kuwaataar waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa marsaa 2ffaan Neezarlaandii fi Ekkuwaadoor gidduutti gaggeeffame goolii tokko qixa xumurame.
Kuudii Gakpoon daqiiqaa 6ffaarratti Neezarlaandiif, Ennaar Vaaleenshiyaan daqiiqaa 49ffaarratti Ekkuwaadoiriif goolii ittiin qabxii qooddatan galchaniiru.
Kuwaataar taphoota lama walitti…
Read More...
Ramaddii 1ffaa jalaa Neezerlaandii fi Ikkuwaadoor qabxii yoo qooddatan Kuwaataar kuftetti
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ramaddii jalqabaa keessaa Neezarlaandii fi Ikkuwaadoor qabxii qooddataniiru.
Gareewwan lameen sa’aatii 1:00 irratti taphaa taphataniin gooliin saffistuun tapha waancichaa…
Neeymaar sababa miidhamaatiin tapha ramaddii lameenii keessaa ala ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa lammii Biraaziil Neeymaar Juuniyeer sababa miidhaamaatiin taphoota ramadii lameenii keessatti akka hinhiriirre ibsame.
Neeymaar kaleessa galgala tapha Biraaziil Seerbiyaa…
Kuwaataar 1- 3 Seeneegaal
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa marsaa 2ffaan Kuwaataarii fi Seeneegaal gidduutti taphatame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.
Tapha marsaa jalqabaan Kuwaataar Ekkuuwaadooriin goolii 2 fi 0n, Seeneegaalis…
Weelsi 0 – 2 Iraan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa 22ffaan har’a marsaa 2ffaaf Weelsii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Iraaniin xumurameera.
Iraan dhiibbaa uumtee taphachuun weelsi goolii 2 fi 0n injifachuun qabxii 3…
Uraagaay 0 – 0 Kooriyaa Kibbaa
Finfinee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Uraagaayiifi Kooriyaa Kibbaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.
Tapha gareen lameen istaadiyeemii “Ejukeeshin siitii”tti taasisan goolii malee qixa…
Siwiizarlaandi 1 -0 Kaameeruun
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa waancaa Addunyaa 22ffaan Siwiizarlaandii fi Kaameeruun gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurame .
Siwiizarlaandii goolii Embooloon…