Ispoortii

Ispoortii

Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin xumurame. Neezarlaandi goolii Gakpo daqiiqaa 84ffaa fi Klaasseen daqiiqaa dabalataarratti goolii tokko tokko galchaniin 2 fi 0n injifachuun qabxii 3 argatteerti.…
Read More...

Ingilaandi 6 – 2 Iraan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera. Bukaayoo Saakaan daqiiqaa 42ffaa fi 62ffaarratti…

Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera. Taphataan Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi…

Waancaan Addunyaa har’a ni eegala

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –  Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala. Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u  Istaadiyeemii Al Baayitiitti ni gaggeeffama jedhame. Sirna…