Ispoortii
Taphni guutuu dargaggoota Oromiyaaa 26ffaan olaantummaa Magaalaa Shaashamanneen xumurame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Taphni guutuu dargaggoota Oromiyaa 26ffaan guyyoottan 10 darbaniif magaalaa Shaashamanneetti dorgomamaa ture Olaantummaa Magaalaa Shaashamanneen xumurameera.
Goosoota Ispoortii 15 godinaaleen 15, bulchiinsi magaalotaa13 fi giddugaloonni leenjii 3 irraa Ispoortessitoonni kuma 2 fi 600 ol hirmaataniiru.…
Read More...
Taphoota Priimayer Liigii Ityoophiyaan Kilaboonni Kubbaa Miilaa Magaalaa Sabbattaa fi Faasiil…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ityoophiyaatorbee 24ffaa har’a taphatameen Kilaboonni Kubbaa Miilaa Magaalaa Sabbattaa fi Faasiil morkattoota isaanii injifataniiru.
Tapha ganama har’aa sa’aatii 4:00…
Kilabni kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa leenjisaa isaa Faasiil Takkaalenyi gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Taphoota kurnan darban moo’achuu dadhabuu isaan Kilabni kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa leenjisaa isaa Faasiil Takkaalenyi waliigalteen gaggeesseera.
Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Qidduus Giyoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar injifate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Qidduus Giyoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar 1 fi 0n injifateera.
Qidduus Giyoorgiis taphoota hanga…
Tapha Waancaa Afrikaa Bahaa fi giddugaleessaaf taphattoota 23’f waamichi taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha seekaafaaf taphattoota 23’f waamicha taasiiseera.
Leenjisaa olaanaan garichaa Fireew Hayila Gabree’eel tapha Waancaa seekaafaa Ugaandaatti…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosaa’inaan Buna Ityoophiyaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Buna Ityoophiyaa 1 fi 0n injifateera.
Hadiyyaan taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 32…
Feedereeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Feedereeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Feedreeshiniichi yaa’ii ariifachiisaa waliigala Galma Komishinii Diinagdee Afrikaatti…