Ispoortii
Tootanihaam leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Tootanihaam Leenjisaa kilabichaa Nuunoo Espiritoo Saantoo gageessuu ifoomse.
Lammii Porchuugaal Joosee Morinoo gaggeessuun lammii Porchuugaal biroo Nuunoo Espiritoo Saantoo muuduun bara wal-dorgommii priimeyar Liigii Ingilaand 2021/22 kan eegale Tootanihaam taphoota jalqabaa priimeyar…
Read More...
Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n injifateera.
Dorgommii Kubbaa Miilaa biyyoota…
Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa uumeen dheerate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa Deeltaa jedhamu uumeen dheerachuu koreen qopheessaa dorgommichaa beeksise.
Dorgommiin maraatoonii kun eegaluuf guyyoonni 100 wayita…
Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatooniin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatoonii Vaaleenshiyaatti fiiggameen riikkardii haaraa galmeessifte.
Atleet Latasanbat Gidey dorgomicha sa'aatii 1 fi daqiiqaa 2 fi sekondii 51 xumuruun…
Sagantaan dorgommii dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Seekaafaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Sagantaan dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Biyyoota Bahaa fi Giddugala Afrikaa qopheessummaa Ugaandaan gaggeeffamuu ifoomera.
Taphni Kubbaa Miilaa…
Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta’uun muudame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) –Taphataan kubbaa miilaa Cheelsii duraanii lammiin Kootidivaaher Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta'uun muudameera.
Diroogban filatamuun dargaggoonni…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon lakkoofsa haatrikii isaa 58 geessise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Taphataan sarara Fuulduraa lammii Poorchugaalii fi Kilaba Maanchister Yuunaayiitid Kiristiyaanoo Roonaaldoon jaarraa kana keessa taphataa haatriikii olaanaa lakkoofsise adda duree ta’uun…