Ispoortii

Ispoortii

Fiigichi daandirraa mata duree ‘jalaalaf nan fiigaa’ jedhuun bulchinsaa magalaa Dirree Dawaatti gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 fi 10 mata duree 'jalaalaf nan fiigaa' jedhuun bulchinsaa magalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera. Dorgommicha Kantibaan bulchinsa magaalaa Dirree Dawaa obbo Kadir Jawaarii fi Komaandar Huseen Shibboo bakkichatti argamuun eegaalchisaaniiru. Fageenya kiiloo meetiraa 10…
Read More...