Ispoortii

Ispoortii

Siwiizarlaandi 1 -0 Kaameeruun

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa waancaa Addunyaa 22ffaan Siwiizarlaandii fi Kaameeruun gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurame . Siwiizarlaandii goolii Embooloon daqiiqaa 48ffaarratti galcheen goolii 1 fi 0n Kaameeruun injifateerti. Dhalataan Kaameeruun taphataan sarara…
Read More...

speen 7-0 Kostaarikaa Xumurame

IFinfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Tapahaa Waancaa Addunyaa 22ffaa galgalaa kanaan taphatameen Ispeenii galchii 7 Kostaarikaarratti lakkoofsisuun taphichi xumurameera. Morkiin taphaa gareewwan kubbaa miilaa biyyoota lameenii gidduutti…

Moorokoo 0 – 0 Kirooshiyaa

Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoo fi Kirooshiyaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame. Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa hanga ammaatti taphameen biyyoonni Afrikaa bakka bu’an 3 kan…

Meeksiikoo 0- Poolaand 0

Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Taphni Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Meeksiikoo fi Poolaand gidduutti gaggeeffame goolii malee goolabame. Taphni garee biyyoota lameen gidduutti Istaadiyeemii “974”tti taphatame goolii malee…