Ispoortii
Taphoota moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaan Deenmaark Weelsi injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) –Taphoota moo'atanii darbuu Waancaa Awurooppaa har'a weelsii fi Deenmaark gidduutti gaggeeffameen Deenmaark goolii 4 fi 0n injifatteerti.
Dolberg daqiiqaa27ffaa fi 48ffaarratti goolii 2, Maehle dagiiqaa 88ffaarraattii fi Braithwaite daqiiqaa90'+4 irraatti goolii tokko tokko lakkoofsiisaniin Deenmaark goolii 4…
Read More...
Seerri kubbaa miilaa Awurooppaa galchii dirreen ala lakkoofsisuu jedhu jijjiirrame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Seerri kubbaa miilaa Awurooppaa galchii dirreen ala lakkoofsisuu jedhu jijjiirramuu ibsame.
Dorgommii kubbaa miilaa kilaboota Awurooppaa keessatti hojiirra oolaa kan ture seerri gareen dirree…
Yaadannoo injifannoo Atileet Abbabaa Biqilaa fi Atileet Waamii Birraatuuf dhaabbiin biqiltuu…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Atileet Abbabaa Biqilaa fi Atileet Waamii Birraatuun dorgoommi maratoonii Osaakaarratti injifannoon argataan waggaa 6ffaa sababeeffachuun Masaraa Mootummaa biyyoolessaa keessa dhaabbiin biqiltuu…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Xaaliyaaniin Weelsi, Siwiizaarlaand Tuurkii injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Xaaliyaaniin fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Xaaliyaaniin xumurameera.
Xaaliyaaniin goolii 1 fi 0n Weelsi injifatteerti.
Taphoota biyyoota ramaddii 'A'…
Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa goolii 1 fi 0n injifatteerti.
Tapha biyyoota ramaddii 'E' jalatti ramadaman gidduutti har’a waaree booda 10:00 irraa eegalee…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Yuukreen Meqedooniyaa kaabaa,Beeljiyeem Deenmaark injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa Yuukreen Meqedooniyaa Kaabaa, Beeljiyeem ammoo Deenmaark goolii 2 fi 1n injifataniiru.
Tapha biyyoota ramaddii 'C' jalatti ramadaman gidduutti har’a waaree booda 10:00…
Waliigalteen istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuuf dandeessisu mallatta’e
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Komiishiniin Ispoortii FDRI istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuu fi tajaajilaa sadarkaa isaa eeggatee laachuu akka danda’uu taasisuuf waliigaltee mallateesseera.
Waliigalticha kan mallateessaan…