Ispoortii
Waldorgommiin Ispoortii Dubartoota Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Ispoortii Dubartootaa Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegaleera.
Sagantaa dorgommii Ispoorti dubartootaa kana Hoggantuun Biiroo Dhimma Dargaggoo fi Ispoorti Oromiyaa Aadde Saamiyaa Abdallaa eegalchiisaniru.
Ispoortii biyyaa roga maraan guddisuuf ga'een dubartootaa olaanaa ta'uu…
Read More...
Maanchuriyaan Darbii 187ffaa
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kilaboonni magaalaa Maanchisteer,Maanchisteer Siitiifi Maanchisteer Yuunayitid yeroo 187ffaaf galgala kana daqiiqaawwan 90'f miira kubbaa miilaan waraana Raashiyaafi Yuukireen irraanfachiisuu…
Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf dhiyaateera.
Kitaabni fakkeenyummaa bulchiinsa gaarii mootichaafi gooticha Urjii Jaarraa…
Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin Ityoophiyaan Ugaandaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin gareen kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaan gita isaa Ugaandaa waliin goolii 2 qixa xumureera.
Taphni Gulaallii har'a…
Atleet Gudaaf Tsagaayee fiigicha fageenyaa Meetira kuma 1 fi 500 Ispeeniitti gaggeeffameen…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) –Fiigicha Tuurii Mana Keessaa addunyaa Viilaa Dii Maadriiditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Koorniyaa lamaniinuu milkaa’an.
Dorgommii sadarkaan warqee laatameef guyyaa…
Shaampiyoonaan Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 28ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 28ffaan xumurame.
Shaampiyoonaa Ispoortii kanarratti aanaaleen godinichaa 19 hirmaataniiru.
Itti gaafatamaan waajira dargaggoo fi isportii godina…
Atleet Yalemzarf fiigicha fageenya meetira kuma 10niin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa fageenya meetira kuma 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yalemzarf Yewalaan rikkardii haaraa galmeessuun injifatte.
Atleet Yalemzarf daqiiqaa 29 fi…