Ispoortii
Taphni xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa Turkitti gaggeeffamuuf ture gara Poorchugaaliitti jijjiirrame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Taphni xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa Kilaboota Ingiliiz lamaan gidduutti Turkitti gaggeeffamuuf ture gara Poorchugaaliitti jijjiirramuu ibsameera.
Taphni xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2020/2021 Cheelsii fi Maanchiister Siitii gidduutti Turkii Istaanbuul Istaadiyeemii Olompikii…
Read More...
Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Adaamaa gara Liigii olaanootti bu’uu isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Kilaboonni Oromiyaa Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Adaamaa Priimeyar Liigii Ityoophiyaa keessa gara liigii olaanootti bu’uu isaanii mirkanaa’eera.
Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Jimmaa Abbaa Jifaar Walaayittaa waliin qixa ba’e
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar fi Walaayittaa Diichaa waliin goolii 1 qixa ba'an.
Abbaa Jifaariif Piriinsi…
Atleet Gudaaf Tsaggaay sa’aatii fooyya’aa galmeessisuun fiigicha Meetira kuma 10 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Atleet Gudaaf Tsaggaay dorgommii ishee jalqabaa meetira kuma 10niin sa’aatii fooyya’aa galmeessisuun injifatteerti.
Fiigicha meetira kuma 10 dubartootaa gidduutti Puurchugaaliitti…
Taphoota Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Qidduus Giyoorgisii fi Faasil morkattoota…
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis 2 fi 0n Bahaar Daar, Faasil ammoo goolii 1 fi 0n Walqixxee injifataniiru.
Tapha har’a waaree dura Magaalaa Faasilii fi…
Priimeyar liigichaan magaalaa Hawaasaa Hadiyyaa Hoosa’iinaan 3 fi 0 injifate
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaatin magaalaa Hawaasaa Hadiyyaa Hoosa’iinaan 3 fi 0 injifateera.
Hayiddaa Hoosa’iinaan komii miindaa waliin walqabsiisee taphattoonni Finfinneerraa gara Hawaasaa…
Magaalaan Faasiil shaampiyoonaa Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2013 ta’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 22ffaa har’a waaree booda Istaadiyeemii Yunvarsiitii Hawaasaatti gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa fi Walaayittaa Diichaan goolii malee qixa…