Ispoortii
Xaaliyaaniin Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taate
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Xaaliyaaniin Ingiliiz injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taateerti.
Tapha xumuraa Istaadiyeemii Weembileeyitti halkan edaa taphatameen Xaaliyaaniin rukkuttaa adda bahiinsaan Ingiliiz injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa bara 2020 taateerti.
Taphichi sa'aatii idileen 1 qixa…
Read More...
Adaamaa, Abbaa Jifaarii fi Walqixxeen Priimeyar Liigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffatan
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bara dhufu kilaboonni naannoo Tigraay Priimeyar Liigii Ityoophiyarratti kan hin hirmaanne ta'uu isaaniitiin kilaboonni bara darbe Priimeyar liigii Ityoophiyaa keessa gadi bu'anii turan gara Priimeyar…
Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Shaampiyoonaa taate
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) –Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Biraaziil goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa taateerti.
Gareen Biyyaalessa Arjentiinaa waggoota 28 booda yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa ta'eera.…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Ingiliizii fi Xaaliyaaniin xumuraaf ga’an
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingiliiz Deenmaark injifachuun tapha xumuraaf dabarteerti.
Ingiliiz Deenmaark 2 fi 1n injifachuun Xaaliyaanii waliin waancaaf darbuu ishee…
Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegaleera.
Hojii haaromsichaa eegaluufis torbee lama dura waliigalteen taasifamee turuun isaa ni yaadatama.
Bu’uuruma waliigaltichaanis hojiin haaromsa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti hirmaatan jajjabeessan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’uun hirmaatan bakka leenjiisaaniitti argamuun daawwataniiru.
Preezdaantittiin akkaadaamii…
Atleetoonni Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoof qophii ga’aa taasiisaniiru- Komaandar Atleet Daraartuu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Atleetoonni Olompikii Tookiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’an 30 qophii ga’aa taasiisuu Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu ibsaniiru.…