Ispoortii
Ityoophiyaa 3 – 2 Sudaan
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michoomaa Garee biyyaalessa Sudaan waliin taasiiseen goolii 3 fi 2 injifateera.
Gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaa 33ffaa qopheessummaa Kaameeruuniin gaggeeffamuuf tapha madaallii ga'umsaa gita isaa Sudaan waliin galgala kana taasiise…
Read More...
Magaalaa Finfinneetti sosochiin qaamaa fi imalli miilaa gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sagantaan sosochii ga'umsa qaamaa fi imalli miilaa mata duree 'Daandiin namaaf' jedhuun gaggeeffameera.
Saganticha Biiroon Dargaggootaa fi Ispoortii Ejansii Manaajmantii magaalaa…
Ummanni Ityoophiyaa marti isin faana jira – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Garee kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf bakka keessummooni kabajaa argamanitti gaggeessan taasiifameera.
Sirnicharratti Ministira…
Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Kaameeruunitti imaluuf gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf gaggeessan taasiifameera.
Gaggeessaa galgala kana Hoteela Iskaay Laayitiitti…
Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa Hawaasaatti gaggeeffamaa ture har’a ni xumurama
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa marsaan jalqbaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa ture har’a xumura aragata.
Taphni Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan…
Tapha Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaaf taphattoonni 25 filataman
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Leenjisaa Wabatuu Abaatee tapha Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaa Kaameeruunitti gaggeeffamuuf taphattoota 25 filataniiru.
Faasil Gabra Mikaa’eel
Taklamaariyaam Shaanqoo
Jamaal Xaasoo
Aschaalow Taammanaa…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa aanolee Godina Jimmaatti eegale
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Godina Jimmaatti shaampiyoonaan Ispoortii aadaa bara 2014 aanolee godinichatti guyyaa har'aa eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota ispoortii garaagaraatiin aanolee godinichaa hirmaachisuun guyyoota 10'f…