Ispoortii
Jilli Atleetiksii maaraatoonii Landan 40ffaa irratti hirmate har’a ganama gara biyyaa deebi’e
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Jilli Atleetiksii maaraatoonii Landan 40ffaa irratti hirmate har’a ganama gara biyyaa deebi’eera.
Jilli maaraatoonii Landan sadarkaa Pilaatiniyeemii kennameef kana irratti hirmaachuun injifannoon deebi’e waayita buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa Boolee ga’an simannaan gootaa taasiifameefira.…
Read More...
Jijjiirraa taphattootaa guyyaa xumuraan ‘Thomas Partey’ Arseenaal, ‘Facundo Pellistri’ Maanchiister…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Fooddaan jijjiirraa taphattootaa liigoota Awrooppaa bara 2020/21 marsaaan duraa eda galgala xumurameera.
Guyyaa kaleessaa ‘Thomas Partey’ Atleetikoo Maadrid irraa Yuuroo miiliyoona 45.3…
Taphattoonni garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa 5 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphattootaa garee biyyaaleessaaf akka taphatan waamicha taasiiseef 36 keessaa 5 vaayrasii koroonaan qabamuu beeksiseera.
Taphattoonni garee…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 4ffaan qabxii ajaa’ibsiisaan galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 4ffaa kaleessa taphatameen Liivaar Puulii fi Maanchiisteer Yuunaayitiid garaagarummaa goolii hedduun injfataman.
Tapha torbee 4ffaa kanaan Astoon…
Atileet Shuraa Qixxaataa maraatoonii Landan 2020 injifate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) - Atileet Shuraa Qixxaataa Maraatoonii Landan 2020 fageenyaa sa'aatii 2:05:41injifateera.
Atileetiin lammii Keeniyaa Vincent Kipchumna sadarkaa 2ffaan yoo xumuru, Atileet Sisaay Lammaa sadarkaa 3ffaan…
Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan.
Haaraa kan muudaman leenjisaan garee Biyyaalessaa dhiroota Ityoophiyaa leenjisaa Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha godhaniiru.…
Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an.
Leenjisaa Wubatuun waggoota lamaaf garicha tajaajiluuf koontiraata seenaniiru.
Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa…