Ispoortii
Siifan Hasanii fi Mo Faaraan Rikoordii Addunyaa sa’aatii tokkoo Birasilisitti fooyyeessan
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Siifan Hasanii fi Mo Faaraan Rikoordii Addunyaa sa'aatii tokkoo Birasilisitti fooyyeessaniiru.
Atileetiin Dhalootaan Itiyoophiyaa Neezerlandisiif fiigdu Siifan Haasan hanga xumuraatti Rikoordii maaraatoonii Addunyaa kan harkaa qabdu Atileetii Keeniyaa Birgid Kosgii waliin morkii cimaa taasifteetti.
Yeroo…
Read More...
Maanchistar Yunaayitid Ayaks Irraa Doonii Vaan Dee Beek Mallatteessifate
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) –Maanchistar Yunaayitid Ayaks Irraa Doonii Vaan Dee Beek Mallatteessifate.
Maanchistar Yunaayitid taphataa Gannaa 23 Doonii Vaan Dee Beek Ayaks Irraa Pawundii Milliyoona 35nin mallatteessifateera.…
Shaampiyoonsi Liigii dubartoota Awrooppaan gareen dubartoota Liyoon abbaa waancaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii dubartoota Awrooppaan gareen dubartoota Olompik Liyoon Woolviisbarg 3 fi 1n injifachuun abbaa waancaa ta’e.
Tapha xumuraa garee dubartootaa shaampiyoonsi Liigii…
Tiyaagoo Siilvaan Cheelsiitti makame
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Taphataan sarara ittisaa lammiin Braaziil Tiyaagoo Siilvaan kilaba Ingiliiz Cheelsiif mallatteessuu himame.
Tiyaagoo Siilvaan waliigaltee koontiraataa waggaa tokkoon kilaba dhiha Landan…
Baayar Muuniik si’a ja’affaaf waancaa chaampiyoonsi liigii Awrooppaa injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik si'a ja'affaaf waancaa chaampiyoonsi liigii Awrooppaa injifate.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik kilabii Faransaay Paariis Seent Jarman tokkoof zeerodhaan injifachuudhan chaampiyoons…
Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi.
Aksiyoonni priimiyar liigichaa dorgommicha qaamolee miidiyaa televiizhiniin dabarsuu danda'aniif gurguruufi.
Priimiyar…
Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik tapha xumura walakkaa kaleessa galgala gaggeeffameen, Olompiik…