Ispoortii
Gareen dubartoota waggaa 17 gadii biyyaaleessa Ityoophiya waancaa addunyaa bara Faranjootaa 2020 ala ta’e
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Gareen dubartoota waggaa 17 gadii biyyaaleessa Ityoophiya waancaa addunyaa bara Faranjootaa 2020 Hind qopheessituu ala ta’e.
Tapha calallii guyyaa har’aa garee biyyaaleessa Ugaandaa waliin Istaadiyeemii idila addunyaa magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffameen Ugaandaan 3-1 Ityoophiyaa injifateerti.…
Read More...
Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa 2-0n injifate
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 10ffaan guyyaa har’aa taphoonni 5 gaggeeffamaniiru.
Tapha Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaa Adaamaatti garee kubbaa miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa fi…
Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera.
Fiigicha kiloo meetira 6 dargaggoota dubartootaa gidduutti gaggeeffameen, Atleet…
Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa.
Taphoota har'aatin;
Sabbataa 2 - 1 Hawaasaa
Sihuul Shiree 1 – 1 Jimmaa Abbaa Jifaar
Walaayittaa 1 – 0 Maqalee 70 Indartaa
Taphoota…
MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan.
Koreen kun qophii Olompikii Jaappaan Tookyoo bara Faranjootaa 2020…
Fiigichi maaraatoonii Duubaay olaantummaa atleetota Ityoophiyaatin xumurame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Fiigicha maaraatoonii Duubaay barii kana gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii barii har’aa dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleet Oliiqaa…
Ityoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Kuwaataariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Gareen Biyyaaleessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte.
Ramaddii gulaallii kanaan Ityoophiyaan ramaddii 7ffaa…