Ispoortii Gaaffii hawaas-dinagdee dargaggoota magaalaa Shaggar hiikuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jul 12, 2025 0
Ispoortii Gareen Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa umurii 18 gadii fi 20 gadii irratti hirmaatu geggeeffame Yonatan Birhanu Jul 12, 2025 0
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti Atleet Daraartuu Tulluu, Gazzaahany Abarraa, Masarat Daffaar, Geexee Waamii akkasumas atleettoonni biroo lama… Read More...