Ispoortii Fiigicha gulaallii meetira 800’n Atileet Tsiggee Dhugumaa fi Warqinesh Massaleen walakkaa xumuruuf darban Tsehay Guluma Sep 18, 2025 0
Ispoortii Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 atileetonni Itiyoophiyaa 3 xumuraaf darban Sifen Megersa Sep 18, 2025 0
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan har’a fiigichi gulaallii Atileetonni Itiyoophiyaa itti hirmaatan ni gaggeeffamu Sifen Megersa Sep 18, 2025 0
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu Sifen Megersa Sep 18, 2025 0
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa Sabbataa, ispoonsara waggaa afuriif turu Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.… Read More...
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…