Ispoortii Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin Intermiilaanii fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni eegama Sifen Megersa Jan 20, 2026 0
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti Atleet Daraartuu Tulluu, Gazzaahany Abarraa, Masarat Daffaar, Geexee Waamii akkasumas atleettoonni biroo lama… Read More...