Ispoortii
Weest haam 2 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Weest haam injifachuun sadarkaa isaa 2ffaatti fooyyeffateera.
Tapha darbii Landaniin Arsenaal galchii 5 fi 2n Weestihaam injifateera.
Arsenaal taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 25 walitti qabachuun sadarkaa 2ffaa qabateera.
Taphoota har'a waaree booda…
Read More...
Har’a taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har’a gaggeeffamaniin darbii Landaniin taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii sa’aatii 12:00…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Sagantaan torbee 13ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Biraayitan - Saawuuz Hampitan keessummeessuun…
Magaalaa Ambootti guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 Magaalaa Ambootti kabajamu sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5 gaggeeffameera.
Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa, Waajjira…
Liiverpuul dorgommiiwwan Shaampiyoonsi Liigii fi Piriimeer Liigii bara kanaa dursaa jira
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda taphatameen Liiverpuul waggoota 15 booda Riyaal Maadriird injifachuun seenaa hojjete.
Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan edaa taphatameen Liiverpuul…
Vaan Niistelrooy Leenjisaa Leesister Siitii ta’uuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Ruud Vaan Niistelrooy Leenjisaa Leesister Siitii ta’uuf waliigaluun gabaafame.
Leenjisaan duraanii Leesister Siitii lammii Neezerlaandi Istiiv Kuuper Dilbata darbe Cheelsiin 2 fi 1’n injifatamuu…
Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoon meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Feestivaala Ispoortiii Humnoota waraanaa guutuu Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Yewarqiwuhaa Getaachoon meedaaliyaa Warqee 2ffaa injifatte.
Atileet Yewarqiwuhaa…