Ispoortii
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Liiverpuul Giroonaa injifate
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Taphoota ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Giroonaa injifateera.
Liiverpuul galchii 1 fi 0n Giroonaa injifachuun ramaddicha dursuu caalmatti cimsateera.
Mahoommad Saalah daqiiqaa 63ffaarratti rukuttaa adabbiin galchii injifannoo Liiverpuul goonfachiifte…
Read More...
Walaayittaa Diichaa 2 – 2 Adaamaa
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan torbee 11ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaa waliin galchii 2 baheera.
Sintaayyoohu Mangistuu fi Nabiil Nuuriin Adaamaaf galchii tokko tokko yoo lakkoofsisan, Kaarloos Daamxoo…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 8ffaan Magaalaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee gaggeeffameen Kilabni Magaalaa…
Taphoonni shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoonni ramaddii shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan tapha har’a sa’aatii 2:45 eegalee Giroonaan Liiverpuul, Daayinemoo Zaagreeb Seeltik keessummeessaniin eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00…
Magaalaa Bahiirdaar 0 – 0 Qidduus Giyoorgis
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan taphni magaalaa Bahiirdaarii fi Qidduus Giyoorgis gidduutti taphatame galchii malee qixaan xumurameera.
Machaal taphoota hanga ammaatti taphate 9 niin qabxii…
Tootenhaam 3 – 4 Cheelsii
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Cheelsiin Tootenhaam injifachuun morkii isaa cimsate.
Cheelsiin galchii 4 fi 3n Tootenhaam injifachuun morkii piriimeer…
Arsenaal Fuulhaam waliin qixa adda ba’an
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Tapha torbee 15ffaa Piriimer Liigii Ingiliz har’a Arsenaalii fi Fuulhaam giddutti taphatamee kilaboonni lameen qixa 1 fi 1’n adda ba’aniiru.
Haaluma walfakkaatuun Leesister Siitii fi Biraayitan qixa 2…