Ispoortii
Arsenaal 3 – 0 Nootiingihaam Forest
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal, Biraayitanii fi Woolviis morkattoota isaanii injifataniiru.
Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootiingihaam Forest, Biraayitan galchii 2 fi 1n Boornimaawuuz, Woolviis galchii 4 fi 1n Fuulhaam yoo injifatan, Astoon Viillaan Kiristaal…
Read More...
Leesister Siitii 1 – 2 Cheelsii
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaan Cheelsiin Leesister Siitii injifate.
Cheelsiin galchii 2 fi 1n Leesister Siitii injifachuun falmii isaa cimsateera.
#Oromia #Ethiopia
Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 12ffaan taphni Maanchiister Siitiin Tootenhaam keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaan tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Leesister Siitiin Cheelsii keessummeessuun eegalama.
Galgala har’aa sa’aatii 12:00 irraa jalqabee…
Lammii Kanaadaa Umrii 59’n ‘Push Up” si’a kuma 1 fi 500’ bu’uun rikaardii galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Lammii Kanaadaa Doonaajeen Wiildee jedhamtuu kan Umrii waggaa 59 sa’aatii tokko keessatti Ispoortii ‘Push Up” si’a kuma 1 fi 500’ bu’uun rikaardii haaraa Addunyaan galmeessitetti.
Dubartii jalqabaa…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Solodaa Adwaa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni magaalaa Shaggar Kilaba Solodaa Adwaa injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha torbee 5ffaa har'a waaree booda taphatameen Shaggar galchii 1 fi…
Peep Gaardiyoolaan Kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigale
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf waliigaluu ibsame.
Lammiin Ispeen Ga’eessi Umrii waggaa 53 Peep Gaardiyoolaan bara Faranjootaa 2016 Leenjisaa…
Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaatti yeroo 24ffaaf har'a dorgomame injifate.
Fiigicha guddicha Itiyoophiyaa meetira kuma 10 Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffame kana…