Ispoortii

Ispoortii

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurte

Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu Magaalaa Liimaatti gaggeeffame Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurteerti. Dorgommii biyyoota addunyaa 134 hirmaachiseen Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 6, Meetii 2 fi Nahaasii 2 waliigala meedaaliyaa 10…
Read More...