Ispoortii
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF tapha gulaallii biyyoota CECAFAtiin, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kilaba Kubbaa Miilaa keeniyaa Poolis buuleetis injifachuun Shaampiyoonaa ta’eera
Tapha har'a sa'aatii 8:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen CBE galchii 1 fi 0n…
Read More...
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 koorniyaa lamaaninuun ni gaggeeffama.
Fiigicha…
Dorgommiiwwan Fiigichaa Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama ni gaggeeffamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atleetiksii umrii 20 gadii Peeruu Liimaatti gaggeeffamu har’a ni jalqaba.
Sagantichaan dorgommiiwwan Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama har’a ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan halkan…
Kilabni kubbaa miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF…
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF dorgommii gulaallii CECAFA, Baankiin Daldala Itiyoophiyaa KilabaYugaandaa Kaweempe Musiliim Leediis injifachuun xumuraaf gaheera.
Kilabni Kubbaa…
Atileet Garbaa Dibaabaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Boonas Ayiresitti gaggeeffame injifate
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Atileet Garbaa Dibaabaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Arjentiinaa magaalaa Boonas Ayiresitti gaggeeffame injifateera.
Atileet Garbaan fageenyicha sa’aatii 1 fi sekondii 26 xumuruun injifateera.…
Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimandi Liigii guyyaa 4 keessatti yeroo 2ffaaf injifatte
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Dorgommii fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 3 fi meetira kuma 1 fi 500 Luuzaanitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimandi Liigii…
Komaandar Atileet Taammiraat Tolaan Aanaa Alaltuu iddoo dhaloota isaatti simatame
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Gooticha Maaraatoonii Paaris, Komaandar Atileet Taammiraat Tolaa bakka dhaloota isaa Aanaa Alaltuutti simannaan taasiifameef.
Olompikii Paariis 33ffaarratti dorgommii maraatoonii dhiirotaan rikardii…