Ispoortii
Magaalaa Bahiirdaar 0 – 0 Qidduus Giyoorgis
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan taphni magaalaa Bahiirdaarii fi Qidduus Giyoorgis gidduutti taphatame galchii malee qixaan xumurameera.
Machaal taphoota hanga ammaatti taphate 9 niin qabxii 20, Bahiidar taphoota 11 taphateen qabxii 18 fi Dirre Dhawaan taphoota 10 taphateen qabxii 16 walitti…
Read More...
Tootenhaam 3 – 4 Cheelsii
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Cheelsiin Tootenhaam injifachuun morkii isaa cimsate.
Cheelsiin galchii 4 fi 3n Tootenhaam injifachuun morkii piriimeer…
Arsenaal Fuulhaam waliin qixa adda ba’an
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Tapha torbee 15ffaa Piriimer Liigii Ingiliz har’a Arsenaalii fi Fuulhaam giddutti taphatamee kilaboonni lameen qixa 1 fi 1’n adda ba’aniiru.
Haaluma walfakkaatuun Leesister Siitii fi Biraayitan qixa 2…
Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 3 Nootingahaam Forest
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Nootingahaam Forestiin injifatameera.
Tapha halkan kana sa'aatii 2:30 eegalee taphatameen Maanchiister…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaa galgala kana taphatameen Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,Maanchiister Siitiin qixa bahe.
Astoon Viilaan galchii 1 fi…
Taphni Eevartan har’a Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Taphni Eevartan har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu piriimeer Liigichi beeksise.
Piriimeer Liigiin Ingilaandi ibsa baaseen…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan taphni Tootenhaam Cheelsii keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Eevartan – Liiverpuul waliin taasiisu ni eegama.
Galgala…