Ispoortii

Ispoortii

Tapha CAF’n Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii hedduu keessummeessuun injifatame

Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) -Tapha ramaddii 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF'n Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameloodii Sandaawunsiin galchii 4 fi 0n injifatameera. Bakka bu'aan Afrikaa Bahaa fi Itiyoophiyaa Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa tapha ramaddii taphate lamaanuu…
Read More...