Ispoortii
Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa bara 2017 kan kilaboota 19 walfalmisiisu har’a ifatti eegala
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 tapha har’a Maqalee 70 Indartaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin taphatuun eegalama.
Tapha har'a Maqalee 70 Indartaan waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin taphataniin eegalama.
Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Aarbaa Minci Dirre…
Read More...
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) –Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa 2024/25 marsaan jalqabaa har’a galgala itti fufuun ni taphatamu.
Har’a galgala saa’aatii 1:45 irraa eegalee Boolonyaa – Shaakater Doonetsiki fi Ispaartaa Praagu…
Shaampiyansi Liigiin Awurooppaa har’a jalqaba
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Taphni Shaampiyansi Liigii Awurooppaa 2024/25 har’a galgalarraa eegalee gaggeeffamuu jalqaba.
Taphichaarratti kilaboonni Awurooppaa 36 kan hirmaatan yoo ta’u, dorgommii har’aatiin sa’atii 1:45 irraa…
Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa beeksise.
Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa ‘CAF’ akka qopheessitu murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa ‘CAF’ Yaa’ii Waliigalaa Finfinneetti gaggeessuuf murteessuu ibsame.
Koreen Hojii Raawwachiiftuu Konfedereeshinichaa Yaa’ichi Itiyoophiyaa magaalaa Finfinneetti…
Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) –Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64' irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siidinii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Awustiraaliyaa magaalaa Siidiniitti gaggeeffame injifataniiru.
Fiigicha dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Warqinash Iddeessaan sa’aatii 2 fi…