Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandin taphni darbii Kaaba landan har’a taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 4ffaan taphni har’a Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu hawwiin eegama.
Taphni darbii kaaba Landan kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatama.
Kilaboonni lamaan bara Faranjootaa 1909 eegalee taphoota 195 waliin taphatan keessaa…
Read More...
Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtiin kenname
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Naannoon Beenshaangul Gumuz Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtii fi badhaasa kenneera.
Waltajjii beekkamtii fi badhaasa kanarratti Atileet Tsiggeef Magaalaa Asoosaa keessaa invastimantiif kan oolu lafa…
Itiyoophiyaa 0 – 0 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) - Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa fi gita isaa kan Taanzaaniyaa gidduutti taphatame qixa xumurame.
Taphni gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa…
Viiktar Oosimeen Gaalaatasaaraayiif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Garee Biyyaalessa Naayijeeraa Viiktar Oosimeen Kilaba Turkii Gaalaatasaaraayiif mallatteesseera.
Kilaboota Ingilaandiif mallatteessa jedhamee eegamaa kan ture Viiktar…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti hirmaateef beekamtii fi badhaasni…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii Waggaa 20 gadii Peeruutti gaggeeffamerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef beekamtii fi badhaasni kennameera.
Jilli…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii waancaa Afrikaa gita isaa…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamuuf Waaliyaawwan har’a tapha gulaallii jalqabaa Taanzaaniyaa waliin ni taphatu.
Har’a galgala Sa’aatii 1:00 irraa jalqabee Taanzaaniyaa…
Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Umrii 20 gadiirratti hirmaate simatame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiirratti hirmaateef simannaan taasifame.
Garichi har’a Finfinnee Buufta Xiyyaara Idil Addunyaa Boolee Wayita ga’utti simannaan…