Ispoortii
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Gaamoo Caanchaa injifate
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 11ffaan har’a taphatameen Shaggar Gaamoo Caanchaa injifachuun imala isaa caalmaatti cimsate.
Tapha har’a sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Shaggar galchii 1 fi 0n Kilaba Gaamoo Caanchaa injifateera.
Jabeessaa Mi’eessaan daqiiqaa 45+2…
Read More...
Isteediyemii Maanchister Yuunaayitid hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Isteediyemii Kilaba Maanchister Yuunaatid Oltiraafoodii hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame.
To’attoonni qulqullinaa daawwannaa dhiyeenyaatti taasisaniin, Isteediyemicha keessatti Hantuunni heddumminaan…
Tootenhaam 3 – 6 Liiverpuul
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Tootenhaam injifate.
Liiverpuul galchii 6 fi 3n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Liwuus Diyaas…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qixa bahe
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qabxii qoodateera.
Boornimaawuuz galchii 3 fi 0n Maanchiisteer…
Itiyoophiyaa 0 – 2 Sudaan
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Sudaaniin injifatame
Tapha Waancaa Biyyoota Afrikaan (Chaan) har'a Liibiyaa Istaadiyeemii Beengaazitti taphatameen Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Atileet Masarat Daffaar Miseensa Koree Hojii Raawwachiistuu ta’uun filatamte
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 28ffaa gaggeessaa jiruun Miseensota Koree Hojii Raawwachistuu Federeshinichaa filateera.
Haaluma kanaan Dhiiraa 14 fi dubartoota 12 kaadhimaman…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa goolabame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeffamaa ture goolabameera.
Dorgommiin Shaampiyoona Atleetiksii Fiigicha gabaabaa, giddu galleessa, gufachiisaa fi gochoota dirree Oromiyaa…