Ispoortii
Kilabni Ispoortii Machaal Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) - Kilabni Ispoortii Machaal sosochii 'Machaal Itiyoophiyaaf' jedhuun Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksiseera.
Sagantaan sosochichaa % 99 milkaa'uu eerera.
Sagantaa galii walitti qabuu gaggeeffameen Birrii biiliyoonni 1 argamuu Walitti qabaan Boordii Kilaba Ispoortii Machaal Dooktar Saayife Geetahuun…
Read More...
Olompikii Paarisiif Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Olompikii Faransaay Paarisiitti Jimaata dhufuu eegalee gaggeeffamuuf Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu Koreen Olompikii Idil Addunyaa ibse.
Tikkeettiwwan hedduun gurguramuu Daayrekterri Dhimma…
Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabaja olaanaatu natti dhaga’ama-Atileet…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabajaa olaanatu natti dhaga’ama jechuun Atileet Qananiisaa Baqqalaan ibse.
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Sadarkaa ESPN baaseen…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Ispoortessaa filatamaa Afrikaa jedhame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Atileet Qanaaniisaa Baqqalaan Ispoortessaa filatamaa Afrikaa jaarraa 21ffaa jedhame.
ESPN ispoortessitoota filatamoo jaarraa 21ffaa Afrikaa 10 ifoomsuu hordofee Itiyoophiyaa fi Keeniyaan Atileetota…
Baatii dhufu Shaampiyoonaan Buunyaa Itiyoophiyaatti gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Baatii Hagayyaa dhufu Shaampiyoonaan Buunyaa Idil Addunyaa Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa beeksise.
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaa fi…
Deeggartoonni Baarseloonaa Niikoo Wiiliyaam mallatteessisuuf TikTokiin maallaqa walitti qabuu…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Deeggartoonni Baarseloonaa kilabichi Niikoo Wiiliyaam qabeenya isaa akka taasiisuuf Akkaawuntii TikTokiin maallaqa walitti buusuu eegalaniiru.
Kilaba Atileetikoo Bilbaa’oof taphata kan jiru…
Gaareez Saawuzgeet fedhii isaaniin hojii gadi lakkisan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ingiliiz Gaareez Saawuzgeet fedhii isaaniin hojii gadi lakkisan.
Saawuzgeet bara Faranjootaa 2016 eegalee Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ingilaandi…