Ispoortii
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan taphni Arsenaal Woolvis, Liivar Puul Fuulhaam waliin taasiisaan ni eegama
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaa har’aa eegalee gaggeeffamuun taphni Arsenaal Woolvis, Liivar Puul Fuulhaam waliin taasiisaan ni eegama.
Har’a waaree booda taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’uu, sa’aatii 11:00 irraa jalqabee Luutaan Taawoon Bireentifoord, Sheefiild Yuunaayitiid Barnileey waliin…
Read More...
Taphoonni walakkaa xumuraa waancaa FA har’aa fi Boru taphatamu
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC) – Taphni Walakkaa xumuraa Waancaa FA har’a Maanchiister Siitii fi Cheelsii gidduutti taphatamu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii 1:15 irraa jalqabee falmiin Maanchiisteer Siitii fi Cheelsiin tapha…
Dorgommii Buunyaa Yaadannoo Maandeellaan Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan injifatte
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Dorgommii Buunyaa Yaadannoo Maandeellaa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Darbaanitti gaggeeffameen Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan morkattuu ishee injifattetti.
Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan Itiyoophiyaa…
Tapha nuusa xumura Liigii Awurooppaa har’aa lamaan
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)-Tapha galgala kanaan kilaboonni Ingilaandi, Arsenaal Baayer Muunik waliin, Maanchister Siitiin Riyaal Maadiriid waliin morkatu.
Shaampiyoonaan bardheengaddaa Maanchister Siitiin Itihaadirraatti mootii…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasatti kan gaggeeffamu ta’uu Waldaan Aksiyoonii Piriimeer liigichaa beeksise.
Torbee 16ffaa hanga…
Taphoonni deebii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Taphoonni deebii Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni deebii Baarseloonaan PSG fi Atileetikoo Maadiriid…
Atileet Siisaay Lammaa Maaraatoonii Boostan injifate
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)- Atileet Siisaay Lammaa Maaraatoonii Boostan injifateera.
Atileet Siisaay Fagenyichaa Sa’aatii 2, daqiiqaa 6 fi maayikiroo sekoondii 17’n galuun injifachuu danda’eera.
Atileet Mahaammad Iisaa ammoo…