Ispoortii
Maanchiister Siitiin Luutan Taawoon injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutan Taawoon galchii 5 fi 1n injifachuun liigicha dursuu eegaleera.
Taphoota biroon Tootenhaam Niwuukaastiil Yuunaayitiin galchii 4 fi 0n injifatamuun carraa hirmaannaa Shaampiyoos Liigii Awurooppaa argachuuf qabu of jala…
Read More...
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan tapha har’a Niwuukaastiil Tootenhaam waliin taasiisuun eegalama.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 irraa jalqabee falmii Niwuukaastiil…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala PSGn Baarseloonaa waliin akkasumas Atileetikoo Maadriid Borishiyaa Dortimand waliin taphatu.
PSGn galgala sa’aatii 4:00’tti Baarseloonaa…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala Arsenaal, Baayarmuunik waliin akkasumas Riyaal Maadiriid Maanchisteer Siitii waliin walmorkatu.
Arsenaal galgala sa’aatii 4:00’tti…
Atileet Mulaatawaa Taklee fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Barliin injifatte
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Atileet Mulaatawaa Takleen fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Jarman magaalaa Barliinitti fiigame injifatte.
Fageenyicha sa’aatii 1:6:53 xumuruun injifatteerti.
Atileet Fitaawi Zaraa’i sa’aatii…
Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 2 Liivarpuul
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Ingilaandi Torbee 32ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitidii fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixaan xumurameera.
Taphni darbii Laankishaayerii yeroo 214ffaan hawwiin…