Ispoortii
Atileet Badhaatuu Hirphaan Maaraatoonii Piraag injifatte
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) –Atileet Badhaatuu Hirphaan fiigicha Maaraatoonii Rippaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifatteerti.
Atileet Badhaatuun fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 23 fi sekondii 41n xumuruun injifatte.
Atileetoonni Itiyoophiyaa biroon sadarkaa 3ffaa hanga 7ffaa ba'uun xumuraniiru.
Odeeffannoowwan…
Read More...
Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Piraag injifate
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Ripaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifateera.
Atileet Lammiin fageenyicha Sa'aatii 2 fi daqiiqaa 8 fi sekondii 45 xumuruun injifateera.…
Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaa cimsate
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 0n Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsateera.…
Fiil Foodan taphataa cimaa bara kanaa jedhamuun filatame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Maanchister Siitii Fiil Fooden Waldaa Barreessitoota Kubbaa miilaan taphataa cimaa bara dorgommii kanaa jedhamuun filatameera.
Fiil Foodan bara dorgommii kana taphoota 50…
Kilabni Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’e
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera.
Tapha Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 23ffaan magaalaan Aarbaa Minci Magaalaa Booddittii galchii 2 fi 0n…
Tapha darbii Kilaboota Landan Cheelsii fi Tootenhaam hawwiin eegamu
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii Kilaba Lixa Landan Cheelsii fi Kilaba Kaaba Landan Tootenhaam gidduutti har’a gaggeeffamu hawwiin eegama.
Taphni qixxeessuu kun har’a sa’aatii 3:30…
Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a Borushiyaa Doortimand…
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Borushiyaa Doortimand PSG waliin taasiisu akkaan eegama.
Taphichi har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphatamaa.…