Ispoortii
Pool Poogbaan waggoota afuriif tapha Kubbaa miilaarraa dhorkame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu duraan Maanchiisteer Yuunaayitiid Pool Poogbaan dawaa si’eessituu fayyadamee argamuu isaan waggoota afuriif tapha kubbaa miilaarraa dhorkamuu dhagahame.
Dhaabbanni Farra qoricha si’eessituu biyyaalessa Xaaliyaanii Baatii fulbaanaa darbee kaasee qorannoo gaggeessaa turuun eerameera.…
Read More...
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Gilaasgoowuttii imale
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Gareen Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessa Idil Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara Gilaasgoowutti imaleera.
Shaampiyoonaan kun bara Faranjootaa Bitootessa 1-3,…
Shaampiyoonaa Addunyaa mana keessaa Iskootilaanditti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa 14…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Fiigicha mana keessaa Addunyaa Iskootilaanditti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa14 fageenya garaagaraa kan hirmaatan ta’uu ibsameera.
Fiigicha kanarratti Itiyoophiyaan Atileetoota…
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Niwuukaastiil waliin taphatu ni…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC) - Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’uu, Astoon Viilaan…
Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa 6ffaan Dilbata dhufu ni eegala
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) – Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa 6ffaan Dilbata dhufu Tuniiziyaa magaalaa Hamaamaatiitti kan eegalu ta’uu ibsameera.
Dorgommiin waggoottan arfan darbaniif adda cite ture kun Guraandhala 17,…
Itiyoophiyaan dorgommiiwwan Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa lama akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) - Waldaan Kubbaa Miilaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa Itiyoophiyaan dorgommiiwwan Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa lama akka qopheessitu filatamteera.
Manni Maree Waldaa Kubbaa Miilaa Bahaa fi…
Taphoota moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Taphoota moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Poortoo, Baarseloonaan Naappoolii waliin taasiisan ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee Poortoon…