Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Itiyoophiyaa fi Gamtaan Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraafi Pirezidaantiin Gamtaa Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii Piroofeesar Jaafrii Saaksi waliigalticha mallatteessaniiru.
Waaliigaltichi hariiroo Itiyoophiyaafi Gamtaa Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii cimsuuf kan gargaaru ta’uun ibsameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.