Itiyoophiyaa vs Maalaawwii…

Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa Idil Addunyaa ni taphatu.

Har’a galgala sa’aatii 12:00 eegalee Istaadiyeemiii Dirre Dhawaatti taphatu.

Waaliyaawwan Caamsaa 24, 2018 eegalanii taphichaaf qophii taasisaa turaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment