Itiyoophiyaan dorgommii Biskileettiin Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte

Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) – Dorgommii Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Itiyoophiyaan dorgommii Biskileettiin waliigalaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte.

Dorgommii Olompikii Dargaggoota Afrikaa 4ffaa Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti gaggeeffameen meedaaliyaa warqee 2, Meetii 2 fi Nahaasii 1 argachuun dorgommii Biskileettiin injifannoon xumurte.

Mubaarak Faantaaw

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment