Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaan ala taate

Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta’e.

Tapha mo’anii darbuu har’a taphatameen Itiyoophiyaan rukkuttaa adda bahiinsaan Moozaambiikiin injifatamuun waancaa Addunyaan ala taateetti.

Comments (0)
Add Comment