Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akraa galeera.
Dorgommiin kun Caamsaa 4-9, 2018’tti gaggeeffama.
Itiyoophiyaan seenaa hirmaannaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan meedaaliyaa warqee 52, meetii 59 fi Nahaasa 64 waliigala meedaaliyaa 175’n sadarkaa jahaffaa irratti argamti.
Warqinee Gaashaahuntu gabaase.
#Oromia #Ethiopia