Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makame

Finfinnee, Onkoloolessa 23,2019(FMC)- Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makamuu Ministeerri Tuuriizimii beeksiseera.
 
Ji’oopaarkiin Sulula Qinxamaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa tarree Ji’oopaarkiiwwan addunyaatti makamuun Dhaabbata Barnoota, Saayinsiifi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii(UNESCO) irraa beekamtii argachuun ibsameera.
 
Milkaa’inni kun injifannoo guddaa qabeenya uumamaa, bocawwan ji’ooloojii addaafi iddoowwan hawwata tuurizimii Itiyoophiyaa addunyaatti kan beeksisu ta’uu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.
 
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa
Comments (0)
Add Comment