Kantiibaa Adaanech Abeebeen muuxannoo qoodan

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2019 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kantiibaawwan magaaloota Afrikaaf muuxannoo qoodaniiru.

Kantiibaawwan magaalota Afrikaa fi qooda fudhattootaaf dirreetti argamnee hojiilee keenya daawwachiifneerra muuxannoo magaalaa keenyaas qoodnefiirra jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa

Comments (0)
Add Comment