Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii

Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame.

Cheelsiin hirmaannaa waltajjii Awurooppaa argachuuf falmii cimaa taasisaan eegamus taphichi galchii 1 qixa xumurameera.

Sababa kanaan Cheelsii sadarkaa 9ffaarra turuuf dirqameera

Comments (0)
Add Comment