Luwiis Diyaaz Baayermuunikiif mallatteesse

Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Baayermuunik jifataa sarara cinaa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessifate.

Kilabiin Jarman Baayermuunik taphataa sarara cinaa Liivarpuul kan umrii waggaa 28 kana Paawudii miiliyoona 65.5n mallatteessifateera.

Lammiin Kolombiyaa Muuniik waliin kontiraata waggaa afurii mallatteesse kun lakkoofsa 14 akka uffatu beekameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment