Maanchiister Siitii 3 – 0 Liiverpuul

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – ‎Morkii cimaan torbee 11ffaa olaantummaa Maanchiister Siitiin xumurame.

Maanchiister Siitiin galchii 3 fi 0’n Liiverpuul injifachuun sadarkaa isaa gara 2ffaatti fooyyeffate.

Arsenaal qabxii 26’n liigichi yoo dursu, Siitiin qabxii 22’n sadarkaa 2ffaa fi Cheelsiin qabxii 20’n sadarkaa 3ffaa qabataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment