Maanchisatar Siitii 1- 0 Maanchistar Yuunaayitid

Finfinnee, Fulbaana 3, 2019(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 4ffaan Maanchistar Siitiin Maanchistar Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0 injifateera.

Tapha galgala kana Ooltiraafoorditti taphatameen galchii Haalaand lakkoofsiseen Maanchistar Siitiin injifachuu danda’eera.

Comments (0)
Add Comment