Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Tapha CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 28ffaa har’a taphatameen magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar 2fi 0’n injifateera.
Tapha guyyaa sa’aatii 7 irraa eegalee taphatame kanaan Biiniyaam Fiqiruu fi Bulchaa Shuuraa galchiiwwan lamaan Shaggariif lakkoofsisaniiru.
Itti fufees sa’aatii 10 irratti Itiyoo Elektirik fi Itiyoophiyaa Madin ni taphatu,.
Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti ammoo Midira Gennat Shiree fi Walaayitaa Diichaan sa’aatii 10 irratti kan taphatan ta’a.
#Oromia #Ethiopia