Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar walga’ii idilee gaggeesseen,baajata naannichaa bara 2019 Birrii biiliyoona 33 fi miiliyoona 200 fi miiliyoona 53 ol sagalee guutuun raggaasiseera.
Hogganaan Biiroo Faayinaansii naannichaa Darrasaa Mahaammad ,baajatichi galii idilee naannichaa, deeggarsa MootummAa Federaalaa, galmoota misoomaa waaraa fi maddoota galii biroon kan uwwiffamu ta’uu dubbataniiru.
Yaasin Nuuritu gabaase.