Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa lammiilee Itiyoophiyaa Yaman keessatti bidiruun liqimfamuun lubbuun darbaniif gadda guddaa itti dhaga’ame ibseera.
Ministeerichi ibsa Faanaa Dijitaaliif ergeen, qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uun qorachaa akka jiru erreera.
Maatii isaaniifis jajjabina hawweera.
Mootummaan lammiileen biyyattii biyyoota adda addaa keessatti karaa seera qabeessaan hojjetanii akka fayyadamaniif hojjechaa akka jirus ibseera.
Akkasumas lammiileen carraa hojii biyya alaa karaa seeraan hojjettanii akka fayyadamanii fi daddabarsitoota seeraan alaa irraa of eeguu akka qabanis ministeerichi hubachiiseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok:
https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.