Obbo Adam Faaraah sagalee isaanii kennan

Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC)- Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah Naannoo Somaalee aanaa Shiinilleetti sagalee isaanii kennaniiru.

Comments (0)
Add Comment