Paartiin Badhaadhinaa Guyyaa Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse Read more
Magaalaan Jimmaa guyyaa Saboota, Sablammoota fi Ummaattootaa 21ffaa akka qopheessitu filatamte Read more
Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattootaa eenyumaa waloo Itiyoophiyaanotaa kan cichoomsuudha –Obbo Aganyahu Tashaagar Read more
Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu qabu – Dooktor Jamaal Bakar Read more
Waltajjichaan badhaadhina gama maraa mirkaneessuuf aadaa hojii fooyya’aan hojjechuun akka barbaachisu waliigalameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee Read more
Guddina Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf uummanni biyyattii waloon hojjechuu qaba- Obbo Aganyahu Tashaagar Read more
Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa 20ffaa sababeeffachuun Magaalaa Hosaa’inaatti Siimpooziyeemiin gaggeeffamaa jira Read more
Pirojektoonni misiraachoowwan Guubaa mul’ata badhaadhina biyyaa kan dhugoomsanidha- Dooktar Alamuu Simee Read more